LibreOffice 7.1 Help
Specifies where footnotes and endnotes are displayed as well as their numbering formats.
Xumuura kutaatti miiljaleewwan ida'a. Yoo kutaan taakkuu fuula tokkoo ol tahe, miiljaleewwanii fuula jalatti bakka korkoddiin miiljalee mul'ate irratti ida'ama.
Lakkoofsa isa ati ifteessiteetti lakkaawwii miiljalee lamkaasa.
Lakkoofsa isa miiljaleetti ramaduudhaaf barbaadduu galchi.
Miiljaleewwaniif, dhangii lakkaawwii maamiloo tokko ifteessa. Sanduuqnii filannoo kun kan jiraatuu, yoo sanduuqii filannoo Lakkaawwii lamkaasi filatame qofa.
Barruu isa kallattii lakkoofsa miiljaleetti agarsiissuuf barbaadduu galchi.
Akkaataa lakkaawwii miiljaleewwanii fili.
Barruu isa lakkoofsa miiljalee booda akka mul'atu barbaaddu galchi.
Dhuma kutaatti ibsadabalataa ida'a.
Lakkoofsa isa ati ifteessiteetti, lakkaawwii ibsadabalataa lamkaasa.
Lakkoofsa isa ibsadabalataatti ramaduudhaaf barbaadduu galchi.
Ibsadabalataatiif, dhangii lakkaawwii maamiloo tokko ifteessa. Sanduuqnii filannoo kun kan jiraatuu, yoo sanduuqii filannoo Lakkaawwii lamkaasi filatame qofa.
Barruu isa lakkoofsa ibsadabalataa fulduratti akka agarsiissamu barbaaddu galchi.
Akkaataa lakkaawwii ibsadabalataatiif fili.
Barruu isa lakkoofsa ibsadabalataa booda akka mul'atu barbaaddu galchi.