LibreOffice 7.1 Help
Fields are used to insert information about the current document, for example, file name, template, statistics, user data, date, and time.
Akaakuuwwan dirree jiranii tarreessa. galmee keetti dirree ida'uuf, Akaakuu dirree cuqaasitii, dirree tarree Filadhu keessaa cuqaasi, kana boodaa, Saagicuqaasi. Dirreewwanii kanaan gadii jiru:
Dirreewwan armaan gadii saagamuu kan danda'u, yoo Akaakuun dirree walgitaanii tarree Akaakuu keessatti filatame qofa.
Dirreewwan jiraan kan Akaakuu dirree tarree Akaakuu keessatti filatamee tarreessa. Dirree saaguuf, dirricha cuqaasitii, kana booda, Saagicuqaasi.
To quickly insert a field from the Select list, double-click the field.
Dirree filatametti dhangii fayyadamuuf barbaaddu cuqaasi, ykn dhangii maamiloo hiikuuf, "Dhangiiwwan dabalataa" cuqaasi.
When you click "Additional formats", the Number Format dialog opens, where you can define a custom format.
If you choose "Chapter number without separator" for a chapter field, the separators that are specified for chapter number in are not displayed.
Dirreewwan wabiif akka dhangii "lakkoofsa boqonnaatti" yoo filattee, dirree keessaa lakkoofsa kan mataduree boqonnaa wanta wabeefame of keessaa qabu qofa agarsiisa. Mataduree boqonnaa kanaaf haalata keewwataa yoo lakkoofsi hinlatamneef, dirrichii duwwaa tahe hafa.
Alaaguuf alerguu HTML kan dirreewwan guyyaaf yerootiif, dhangiiwwan LibreOffice addaatufayyadamma.
Enter outline level of the chapter to be displayed. The inserted field will display the value taken from last paragraph with the specified outline level placed before the inserted field.
Dirree lakkoofsaa fuulatti gatii iddoodaa isa fayyadamuuf barbaaddu saagi, fakkeenyaaf, "+1".
Yoo barbaadde, lakkoofsa fuulaa agarsiisameef Iddooda galchuu nidandeessa. Offset gatiinssaa 1 waliin, dirreen kan agarsiisu, lakkoofsa isa tokko lakkoofsa fuulaa ammaa caaluu dha, haata'uu malee, fuulii lakkoofsa sana qabuu yoo jiraatte qofa. Galmee irraa fuulii dhumaa, dirreen walfakkaatu kun duwwaa ta'a.
Lakkoofsa fuulaa mul'atuu osoo hintaanee, lakkoofsa fuulaa isa dhugaa jijjiiruu yoo barbaade, gatii Iddoodaa hinfayyadamiin. Lakkoofsoota fuulaa jijjiiruu yoo barbaade, qajeelfama Lakkoofsa Fuulaa kana duubisi.
Dirree guyyaa yk yerootti, iddoodii fayyadamuu barbaaddu sana saagi.